Taammanaa Bitimaa irraa | Guraandhala 15, 2014
Kunoo, nu dhiisee dabruu obboo Baqqalaa Nadhii ammuman dhagaye. Gadda cimaatu natti dhagayame. Maatiin isaa, firoottan isaa, hiriyoonni isaa, aantee fi lammiin isaa, uummannii fi sabni isaa gadda jabaa isinitti dhagayame kanaaf, mee WAAQNI obsaa fi jajjabina isinii haa kennu! Ekeraan isaa qabbanaa fi gaaddisa haa argattu! Lubbuun isaa jannata haa seentu! Read more…
soures http://ayyaantuu.com/horn-of-africa-news/oromia/obboo-baqqalaa-nadhii-shillim-jedhe-malee-hin-duune/
No comments:
Post a Comment