Sunday, February 9, 2014

Demokiraasii Amerikaan Mi’eeffatte Addunyaafuu Qooduutti Jirtu Tana Keessaa Seerii Gadaa Oromoo Jiraatutti Beennaa?

Soraa Halakee
Jari kun bara 1902 keessa Ellis Island,NY dhufee hortee isaanii barbaadumatti jiran
Jari kun bara 1902 keessa Ellis Island,NY dhufee hortee isaanii barbaadumatti jiran
Guraandhala 9, 2014, WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Malii  bulchiinsa Amerikaa addunyaafuu fkn tahe kun kama biyya isii keessaa bahe moo biyya biyyaa walti guurratte?Nami heddulleen tanuma gaafata.
Woma taateefuu Amerikaan bara dhibba lamatti duratti,gaafa yoo jireenna ufi wayyeeffachaa dhufte kaaniti nama miliyona hedduu biyya ufiitti fidachaa baate.Namii dhufu beekusma akka akkaatiin dhufaaf.
Warra bara 1902 biyya tana,Amerikaa fidan keessaa 20 haga 30 tahu Boorana. Boorana Itoophiyaa gama Kibbaatii dhufe jedhanii maqaa isaaniillee barreessaniif.Nadheenii ijoollee, kahima,nama cimeessaa faatti keessa jira. Read more…


soures http://ayyaantuu.com/horn-of-africa-news/oromia/demokiraasii-amerikaan-mieeffatte-addunyaafuu-qooduutti-jirtu-tana-keessaa-seerii-gadaa-oromoo-jiraatutti-beennaa/

No comments:

Post a Comment