Hawi Olani Kesesa irraa | January 15, 2015
Yeroon ammaa kun yaroo kam caalmaattii yaro oromon hundii gad dhaabbatee itti yaadu qabu dha jadheen yaada .Maaliif yoo jannee,gochaan sukanisisaa Wayyaaneen ilmaan oromo irrattii raawwachaa jirtu daran ittuma cimaa dhufuun isaa hundaa kenyaaf ifaa waan ta’eef.
Yero baayye gaaffii tokkotu mataa kessa na dadaddebi’a .gaaffii haanga yomitti nutii ummattii ballaan kun ummatta yartudhaan nuttii qosaamaa fi nutii rorrifamaa jiraatnaa ?haanga yomitiis Wayyaaneen Ummatta kenyaa cunqursaa fi gidirsaa itti fuftii?hanga yomitii lammiin oromodhaa mirga umamaan qabu sarbamee biyya isaa irratti akka lammi lammaffaatii ilaalamaa ,acuuccaa fi ajjechaa soda dhaan biyya ambaa gara garaatti baqatee jiraataa ? Gaafiin kun gaafii oromoota heddu ta’aa jadheen amana. Read more…
No comments:
Post a Comment