ይህ ብሎግ በኢትዮዽያ ውስጥ የሚካሄደውን ኢ ፍትሀዊ ስርዓት በተለይም በኦሮሞ ህዝብ ላይ የሚፈፀመውን ገደብ የለሽ ግፍና በደል በመዘገብ መረጃ የሚያቀብል ብሎግ ነው::
Monday, January 26, 2015
Gootonni Oromoo Salaaleetti Seenaa Agarii Tulluu Haaromsan, Gootummaanis Wareegaman.
Suurri argaa jirtan kun GOOTOTA ilmaan Oromoo roorroon hammaannan Wayyaanee fuuldura gootummaa dhaan falmaa dhaabbatanii utuu lolanii kanneen harka diinaatti gaafa kufan wayyaaneen gochaa suukaneessaa akkanaatiin uummata yaamtee raawwii akkasii jiilchaf ilmaan Oromoo kanneen irratti raawwatte. Oromoo diina isaa ajjeessaa, falmaa du’uun ykn wareegamuun kabajaa guddaa dha. Bakki gochaan fashitii Wayyaanee kun itti raawwatame godina SALAALEE, aanaa Darraatti baatii dabre gaafa 09/12/2014 ture. Read more…
Subscribe to:
Post Comments (Atom)
No comments:
Post a Comment