Kora Gamtaa Miseensoota ABO Amerika Kaabaa kan bara 2014 Murtii Ejjennoo fi Kutannoolee
Hagayyaa 13, 2014
 Nutii miseensotni Adda Bilisummaa Oromoo kan USA fi Kanadaa Kora, ABO Amerikaa Kaabaa kan Marsaa  18ffaa bara kana magaalaa Minneapolis, Minnesota keessatti Adoolessa 7 fi 8 godhanneen, dhimmoota ciccimoo Jaarmiyaa, Siyaasaa akkasumas haala idil adunyaa irratti  gad fageenyaan marihannee murtii fi kutannoolee asiin gadi dabarfanne. Read more…

No comments:
Post a Comment