Saturday, May 3, 2014

VOA: Hiriirri Mormii Barattoota Oromoo fi Uummataa Itti fufe

Namoo Daandii
BF2216A7-690D-4D92-8E59-DC03B579E5E0_w443_r1_cy18Caamsa 2, 2014, WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Magaalaaleen addaa naannoo Fifnfne mootummaa Federaalaatiin fudhatamee Finfinnee jala galuu hin qaban, Finfinnee keessatti mirgi dantaan addaa heeraan Oromoof eeyamame Oromoof haa kennamu kanneen jedhaniif gaaffilee kanneen biroo kan dhiyeessan barattoonni Oromoo Hiriira   har’as Universitiiwwanii fi manneen barnootaa adda addaa keessatti mormii dhageessisuu itti fufaniiru.
Kanneen keessaa Universitii Haromaya, Tajii, Buraayyuu, Sabbata, mandii Bishooftu, Geesoo, Midaa Qanhii, Geedoo, Aira fi Noolee haga tokko. Hoogganoota gareelee mormituu dabalee bakkaawwan adda addaa irraa namoonni ibsa nuuf kennanii jiran. Kan itti aanaa barreessaa kongresa federaalawaa Oromoo obbo Dejejne Xaafaa Kanneen ibsa nuu  kennan keessaa tokko turan.


sorus  http://ayyaantuu.com/horn-of-africa-news/oromia/hiriirri-mormii-barattoota-oromoo-fi-uummataa-itti-fufe/

Monday, April 28, 2014

Ethiopia: Arrests Upstage Kerry Visit

9 Bloggers, Journalists Held Before US Official Arrives
hrw(Nairobi, April 28, 2014) – The Ethiopian authorities should immediately release six bloggers and three journalists arrested on April 25 and 26, 2014, unless credible charges are promptly brought, Human Rights Watch said today.
United States Secretary of State John Kerry, who is scheduled to visit Ethiopia beginning April 29, should urge Ethiopian officials to unconditionally release all activists and journalists who have been arbitrarily detained or convicted in unfair trials, Human Rights Watch said. The arrests also came days before Ethiopia is scheduled to have its human rights record assessed at the United Nations Human Rights Council’s universal periodic review in Geneva on May 6.
Read more…

Wednesday, April 16, 2014

LAFEE OROMOO CACCABSITEE NYAATAA?*

Taammanaa Bitimaa irraa | Ebla 16, 2014
QALBEEFFACHIISA: Yaa dubbiftoota walaloo kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, walaloon kun bara 2011, ji’a Caamsaa keessa mandheewwan Oromoo kanneen addaddaa irratti baafamee ture. Ani kaleessa mandhee “bilisummaa.com” oggaan banen, kurfeessitoota mandhee tanaatiin ammas deebifamee baafuu isaa arge. Dubbiin ennaa san walaloon kun irratti xiyyeeffame dubbii daran cimtuu, tan lafaa fi lafee uummata keenyaa waan taateef, obboleewwan keenya deebisanii gabbaasani. Akkuma harra mandhee Oromoo isa “gadaa.com” jedhamu irratti dubbiftan, warri abbaa qawwee kunoo ijuma teenya duratti: Aannolee Lammaffaa fi Calanqoo Lammaffaa akka biraatti adeemsisaa jira. Habashoonni Tigraay humna qawwee fi humna abbootii qabeenyaa kanneen warra alaatti hirkachuun, Oromiyaa teenya akka dullacha masqalaatti qircatanii qircisiifachaa jiru. Kan nama dhibu warra isaan akka diina tokkoffaatti ilaalaa turan, nafxanyoota haareyyii fi moofeyyii kanneen Habashoota Amaaraa waammachuun, lafa lafee Oromoo tahe: Ambo irraa hamma Malkaa Jabduu fi Dirree Dhawaatti, Jimma irraa hamma Kombolcha Warra Qaalluu fi Baatii isaan Wallo keessaatti saammachaa, warreeni fi firoottan isaanii badhaasaa, waraabeyyii akka isaanii kanneen baargamaatti gurgurachaa jiru. Hubaddhaa! Awwaallan haadholii fi abbootii keenyaatu, dabreeyyuu kan jagnoota keenyaa kan akka Tufaa Munaa, Birraatuu Goolee, Waamii Garoo, Shabbuu Bordee fi Ilaansoo Halloo faatu buqqifamaa jiraa! Laggeeni fi harawwan Oromiyaatu summii fi xurii-ajaawaa gabroomfatoota Habashaatiin faalamaa jiraa! Daa’immaan Oromootu summii kanan dararamaa jiraa, itti-dabaleetuu dararamuuf deemaa! Yeroon iyyinee iyyadabarsinuu fi, ee akka Oromoota Kurnan Gullallee bara Minilik sanii: “uu uu qabi dhayi” jennu abadan ammuma! Hayyee tokkummaa, tokkummaa! Karaa hundaan ijaaramuu, ijaaramuu! Karaa hundaan hidhachuu, hedhachuu dha mallisaa! Read more…

Monday, April 14, 2014

Oromo Voice Radio broadcast on April 14, 2014

April is Oromo Voice Radio’s Special Month:

To Support Oromo Voice Radio click on Donate

 
Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Mondays, Wednesdays and Saturdays at 7:00 PM Finfinnee time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.
In today’s broadcast: Read more…

Sunday, April 13, 2014

Looking back into the Oromo history, the case of Gujii-Borana

 By Rundaasaa Asheetee | April 12, 2014
When we look back into the Oromo history, we find several sorrowful chapters of clan conflicts and it’s tragic consequence that we feel today.  To put this conflicts to sleep, the Oromians must understand their own history very well. For example, the Gadaa constitution stipulates that even a criminal will be treated with diginity and respect. That’s where Mogaasaa and Gudifacha becomes very important.
The occasional trouble that our Oromo clans suffer started because of many reasons. Some times when one is temptation to raid Herds of cattle from the other side and the other time when the other side raids settlements. These attitudes may have resulted in serious outbreaks that involve losses of property and life. In general though, in view of the vast territory that the Oromo settled, there had been very little trouble among the Oromo, especially compared to the Habashas conflicts that led to the fight of Gojamee against Gondare, the Tigrai against the Amharas. Read more…

Friday, April 11, 2014

Thursday, April 10, 2014

Britain funds human rights abusers in Ethiopia




  • The UK government is providing financial aid to human rights abusers in Ethiopia through funding training paramilitaries, who perpetrate summary killings, rape and torture in the impoverished African country, local media reported. 
    Through its foreign aid budget, the UK government provides financial support to an Ethiopian government security force known as the “special police” as part of its “peace and development programme”, which would cost up to £15 million in five years, The Guardian reported. 

    The Department for International Development warned in a leaked document of the "reputational risks” of working with organizations that are “frequently cited in human rights violation allegations", according to the report. 

    The Ethiopian government’s counter-insurgency campaign in Ogaden, a troubled region largely populated by ethnic Somalis is being enforced by the 14,000-strong special police. 

    This is while police forces are repeatedly accused by Human Rights Watch of serious human rights abuses. 

    Claire Beston, the Amnesty International's Ethiopia researcher, said it was highly concerning that Britain was planning to work with the paramilitary force.


















KQ/PR


sorus http://www.presstv.ir/detail/2014/04/09/357842/britain-funds-criminals-in-ethiopia/