Juneeddi Maal Oromoof godhe? | Mootii kabalamuu ? |
Dhiiroo numa jiraa kan Juneeddii faarsu? Gaarii dalageen kan isa leellisu Hamtuu isaa dhooysee kan baala irrat cabsu Akkamitti taha dhugaa jirtu dhooysuu As bahaa dubbadhaa kan Juneeddii faarsu. Mee seenaan isaa kan itti faarsitan Mee as himaa gaa warri isa leelliftan Gaarii inni hoojjate mee tamuma himtan? | Tuni gaddaa miti Gammachuu fakkaattii Du’aa maqaa kaasuun Reeffa ciisa kutuun Ololaaf hin taatuu Maali maqaan isii Siyaasaaf sii toltii Mo bu’aa maalii qabdi ? |
ይህ ብሎግ በኢትዮዽያ ውስጥ የሚካሄደውን ኢ ፍትሀዊ ስርዓት በተለይም በኦሮሞ ህዝብ ላይ የሚፈፀመውን ገደብ የለሽ ግፍና በደል በመዘገብ መረጃ የሚያቀብል ብሎግ ነው::
Tuesday, March 11, 2014
Juneeddi Maal Oromoof godhe?
Subscribe to:
Post Comments (Atom)
No comments:
Post a Comment